Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Naayiroobitti Sirni Gamoowwan Seeraan Alaa kana Jigsuu Seera Ka Eege Miti’ Koomishiniin Ogeeyyii Seeraa Idil Addunyaa (ICJ)


Dura bu’aa koomishiniin abbootii seeraa idil addunyaa Miister Keelviin Mugeen
Dura bu’aa koomishiniin abbootii seeraa idil addunyaa Miister Keelviin Mugeen

Koomishiniin Abbootii Seeraa Idil Addunyaa (ICJ) tarkaanfii Mootummaan Keeniyaa gamoowwan seeraan ala ijaaraman jedhe irratti fudhataa jiru seeraan ka deeggarame miti jechuun morme. Keeniyaatti Dura bu’aan Koomishiniin Abbootii Seeraa Idil Addunyaa Miister Keelviin Mugeenii ‘mootummaan yoo gamoowwan seeraan ala ijaaraman jedhe kana jigsu seera biyyattii akka hin hordofne himani.

Galmoo Daawit dabalata qaba.

‘Naayiroobitti Sirni Gamoowwan Seeraan Alaa kana Jigsuu Seera Ka Eege Miti’ Koomishiniin Ogeeyyii Seeraa Idil Addunyaa (ICJ)
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:30 0:00

XS
SM
MD
LG