Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Haleellaa Xayyaaraa Togogaaatti Geggeessameen Madaa’an Wal’aansa Fayyaa Argachuu Eegalan  

Naannoo magaalaa Maqalee ka jiru lafa Togoogaa jedhamutti haleellaa xayyaaraa bakka gabaa irratti haleellaa geggeessameen kanneen miidhamanii, gargaarsa fayyaa akka hin argamne ugguraman jedhaman, amma wal’aansaaf Hospitaala hayider galuu jalqabuun isaanii himame.

Dubbi-himaan waraana Itiyoophiyaa immoo “hidhattoota irratti namoota nagaa irratti haleellaan geggeessame hin jiru,” jechuun gaazzexeessotatti dubbatan.

Namoonni Haleellaa Xayyaaraa Togogaaatti Geggeessameen Madaa’an Wal’aansa Fayyaa Argachuu Eegalan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:35 0:00


This item is part of
XS
SM
MD
LG