Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oduu Gabaastuun VOA Maqalee Irraa Maal Jetti?


Faayilii - Namoota qehee irraa buqahanii mooraa yeroo keessa jiran, Maqalee
Faayilii - Namoota qehee irraa buqahanii mooraa yeroo keessa jiran, Maqalee

Waa’ee buqqaatota Tigiraay keessaa fi haala sanaan wal-qabate irratti gabaasuuf kan dheengadda gara sanatti imalte oduu gabaastuun VOA Heezer Mardook har'a kan magaalaa Maqalee keessa jiru Hospiaata Aydar daw'achuu ishee ibsitee jirti.

Waahilli keenya Afaan Tigree Minniyaa Afawarqii bilbilaan gaaffii fi deebii Heezer waliin gaggeessite Jaallanneetu dhiyeessa. Caqasaa.

Oduu Gabaastuun VOA Maqalee Irraa Maal Jetti?
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:01 0:00


XS
SM
MD
LG