Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ogeessonnii Diinagdee 3 badhaasaa Noobeelii Moo’an


Beektonii Diinagdee lammiilee Yunaayitid isteets 3 badhaasaa Noobelii baranaa moo’aniiru.

Beektonii kun dhimmi galii ykn kaffaltii gadi aanaa hojjattootaa , dhimmi godaantotaa fi baruumsaa dinagdee irratti faayiidaa inni qabu tilmaamudhaaf akkaataa ykn mala kanaan duraa hojii irra olaa ture karaa Saayinsiidhaan degerameen qoratanii dhiheesuu isaaniitiif badhaasa kana kan moo’uu danada’an jedhameera.

Badhaasa guyya har’a labsame kana kan moo’an Yuuniversitii Kaalifoorniyaa Berkileyi irraa Deevid Kaard, Jooshuwaa Angriist Insititiyuutii Tekinoloojii masaachuseet irra yemuu ta’an, Gu’ido Imbeens immoo universitii Staanfoord irraa akka ta’e beekameera.

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG