Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pireezdaantiin Naanoo Somalee Itoophiyaa Duraanii To’annaa Jala Oolfaman


 Obboo Abdii Mohaammad Oomar
Obboo Abdii Mohaammad Oomar

Abdii Illee maqaa jedhamuun ballinaan an beekkaman, pirezdaantiin naannoo Somalee duraanii fi dhiheenya angoo irraa kaafaman Obboo Abdii Mohaammad Oomar mana isaanii Finfinnee jiruu guyyaa harraa qabamanii hidhamuu Abbaan Alangaa Federaalaa beekisisuu miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan.

Ballina oduu kana tamsaasa keenya gara boodaa keessatti dhiheesina.

Preziedaantiin Bulchiisa Naannoo Somaalee Taayitaa Gadhiisan

Prezidaantiin Naannoo Somalee Duraanii Gara Finfinneetti Imalan

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG