Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qabeenya Uumamaa Itiyoophiyaa fi Hiyyuuma


Itiyoophiyaa Qabeenya Uumamaan Badhaate jedhamuun himamaaf. Garuu uummanni ishee waantoota barbaachisoo jedhaman kanneen akka Mana Jireenyaa, Uffaata, Nyaataa fi dhugaatiin of danda’anii kanneen hin jirre baayyeedha.

Sababoota hanqinaa kanneen fidaniin yeroo baayyee qorattoonni akka ibsanitti Imaammata Diinagdee itti fufinsa qabu dhabuu fi Imaammatoota diinagdee ba’an karaa guutuu ta’een hojiirra oolchuu dhabuu, Hooggana ga’umsa qabu dhabuu, Dhaabbileen Mootummaa dadhaboo ta’uu fi Investimantii dhuunfaaf haalli mijataan dhabamuun rakkoowwan diinadgee ykn hiyyummaa Itiyoophiyaaf akka Sababootaatti kaafamu.

Gabaasa guutuu caqasaa

Qabeenya Uumamaa Itiyoophiyaa fi Hiyyuuma
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:08 0:00
Itiyoophiyaan Otuu Qabeenyaa Uumamaan Badhaatee Jirtuu Maaliif Uummatni Irra-jireessi Dinagdeen Of Danda’uu Dadhabe?
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:46 0:00


XS
SM
MD
LG