Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qabiinsii Mirga Namoomaa Bara Dabree Maal Fakkaata Turee?


(suuraa faayilii)
(suuraa faayilii)

Ministiriin Dhimma alaa Yunaayitid Isteetis haallii qabiinsa mirga namoomaa kan biyyoota addunyaa inni bara dabree maal akka fakkaatu Robii har'a ifa baasee jira.

Qabiinsii Mirga Namoomaa Bara Dabree Maal Fakkaata Turee?
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:45 0:00

Barri darbee jechuun 2020 keessa sagalee-kenninsa filannoo irraa jalqabee hanga bakka hojiitti, haala itti biyyoonni mirga lammiwwan isaanii itti qabaa turan xiinxala gabaasaan kun.

Bara 2020 keessa uummanni hedduun dhiittaa miraga namoomaa hamaa keessa darban kan jedhu gabaasnii kun, Itiyoophiyaa bulchiinsa naannoo Tigraay keessatti ajjeechaa, humnaan gudeeddii fi badiin kanneen biroon gaggeeffamuu isaa kan agarsisuu gabaasnii qabatamaan jira jedha.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

XS
SM
MD
LG