Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qonnaan Bultoonni Ameerikaa Xaafii Oomishuu Jalqaban


Qonnaan Bultoonni Ameerikaa Xaafii Oomishuu Jalqaban
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:38 0:00

Kutaa Nevaadaa dabalatee kutaaleen Yunaayitid Isteetis adda addaa yeroo ammaa xaafii oomishuu jalqabanii jiru.

Xaafiin nyaata madaalamaa kan fayyuummaaf barbaachisu ta’uun isaa beekamaa waan dhufeef qonnaan bultoonni Ameerikaa hedduun illee sanyii midhaanii kana oomishaa jiru.

Waahilli keenya sagantaa Tigirinyaa Teweldee Tesfagabiir dhiyeenta gara kutaa Nevadatti imaluu dhaan qonnaan bultootaa dubbisuun akka gabaasetti xaaffiin suuqilee Yunaayitid isteetis keessatti gurguramuu jalqauu isaa fi lafa hektraara hedduu irra illee qotamuu jalqabamee jira.

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG