Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qophii Labataa, Jimaata Hagayya 20


Qophii Labataa, Jimaata Hagayya 20
Qophii Labataa, Jimaata Hagayya 20

Atileetonni Afriikaa oggootaa kurnaan lakkaawwamaniif addunyaara naanna’anii Olompikii irratti hirmaatniiru. Garuu, Afriikaan amma ammaati taba Olompikii qohpeesitee in beektu. "Qehee Afrikaa irratti Olompikii qopheessuuf ulaagaa maal maal guutuutu barbaachisa?" jedhee warri gaafatu jia.

Qophiin Labataa harraa dhimma kana irratti gaabaasa Mariyaamaa Madeeloo qindeesite irratti xiyyeeffata.

Gara dhumaa irratti immoo Guyyaa Suuraa Addunyaa laalchisuudhan turtii gaazexeesituu suuraa badhaasa moote wajjin godhamen sin biraan gaha. Caqasaa.

Qophii Labataa, Jimaata Hagayya 20
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:24 0:00


XS
SM
MD
LG