Xurree ittiin seenan

Breaking News

Riphxee loltoonni 24 Harka Kennatan, Jedha Mootummaan Naannoo Gaameellaa


Magaala Gaambeellaa (Suuraa faayilii)

Naannoo Gaambellaatti, hidhattootni “Adda Bilisummaa Gaambellaa” jedhanii of waaman, 24 karaa nagaa mootummaatti harka kennachuu isaanii Mootummaan Naannichaa beeksise. Itti gaafatamaan Waajjira Pirees Sekreteriyaatii naannichaa, Obbo Ugeetuu Aading , “Hidhattootni kunneen leenjii haaromsaa tii booda gara barumsaafi hojii isaaniitti deebi’u”, jechuun Sagalee Ameerikaatti himan.

Riphxeeloltoonni 24 Nagaan Harka Kennatan, Jedha Mootummaan Naannoo Gaameellaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:30 0:00


Yaadawwan Ilaali (7)

XS
SM
MD
LG