Xurree ittiin seenan

Breaking News

Giifti Duree Itti Aantuun Duraanii Giifti Duree Ta’uuf Dorgomaa Jiran  


Haati warraa kaadhimamaa prezidaantii kan paartii dimokraatotaa Jiil Baayiden duula filannoo abbaa warraa isaanii Joo Baayiden gargaaruuf jecha hojii irraa boqonnaa fudhatanii jiran.

Jiil Baayiden abbaan warraa isaanii waggoota 36 fi senetii Yunaayitid Isteetis keessa ennaa bulchiinsa Baaraak Obaamaa waggoota saddeetiif immoo itti aanaa prezidaantii ta’ani Waashingten keessa waan hojjetaniif isaaniif haaraa miti.

Abbaa warraa isaaniif gama viidiyoon duula filannoo geggeessuu jalqabanii jiru.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG