Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayrasiin Koronaa Awustraaliyaa Magaalaa Melborin Keessatti Hammaate


Madaalaa Melbarn keessatti Robii Adooleessa 5 bara 2020 kaasee daldallii akkaan barbaachisaa hin taane akka cufamuuf Awustraaliyaan ajaja kennitee jirti.

Kunis aangawoonni weerara vaayrasii Koronaa ittisuuf yaalii gochaa jiraniif yoo ta'u Wiixata har'a namoonni haaraa vaayrasii Koronaan qabaman 429 ta'u fi kanneen 13 ta'an kutaa Viktoriyaa keessatti du'u aangawoonni eegumsa fayyaa ibsanii jiru.

Magaalaan Melbarn Kutaan Viktoriyaa keessatti kan argamtu yoo ta'u daldallii irra hedduun akkasumas industriwwan waan akka fonii oomishan Jimaataa qabee hojiin isaanii kan daangeeffamuuf jiru ta'uun ibsamee jira.

XS
SM
MD
LG