Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amboo fi Naqamtetti Lakkoobsi Namoota Vaayirasii Koroanaan Qabamanii Dabale  


Faayilii - Ogeessonni Yunversitii Amboo dhukkuba koronaa laalchisee uummata dadammaqsuuf yeroo bobba’an 
Faayilii - Ogeessonni Yunversitii Amboo dhukkuba koronaa laalchisee uummata dadammaqsuuf yeroo bobba’an 

Hospitaalli Rifaraala Yunivarsiitii Wallaggaa, namoota Vaayirasii Koroonaan qabamanii Hospitaalicha keessatti yaalii argataa turan 88 keessaa 7 dhibee vaayirasii Koroonaarraa damdamachuu beeksise.

Haaluma wal fakkaatuun, namoota Hospitaala Rifaraala Yunivarsiitii Ambootti qoratamanii dhibee Vaayirasii Koroonaatiin qabaman keessaas namootni 13 damdamachuu hospitaalichi ibseera.

Namoota dhibamanii Vaayirasii Koroonaarraa fayyan keessaa tokko, ammallee hawaasni akka dhibee kanarraa jabaatee of eegu dhaama.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Amboo fi Naqamtetti Lakkoobsi Namoota Vaayirasii Koroanaan Qabamanii Dabale
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:20 0:00


XS
SM
MD
LG