Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seera Tumtoonni Liibiyaa Seera Jijjiran


Seera Tumtoonni Liibiyaa Seera Jijjiran
Seera Tumtoonni Liibiyaa Seera Jijjiran

Seera tumtoonni Libyaa mootummaa ce’umsaa biyyatti keessatti sirnii caalmaa sagalee akka hojii irra hin oolleef raggaasiisan.

Tarkaanfiin kun immo filannoo waggaa kana dhumatti gaggeeffamuuf karoorfame ture irratti caalaatti shakkii uume., Mummichi ministeera Libiyaa Abdul Hamid Dbeibah akka jedhanti,baatii Muddee dhufu filannoo gaggeessuuf karoora ba’e akka hojii irra ooluuf, mootummaan isaanii dhiibbaa godha.

XS
SM
MD
LG