Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seneteroonni Ameerikaa Walitti Bu’iinsi Tigraay Keessaa Nagaan Akka Furamu Gaafatan 


Faayilii - Namoota Tigraay irraa baqatanii Sudaan jiran
Faayilii - Namoota Tigraay irraa baqatanii Sudaan jiran

Seneteroonni Yunaayitid Isteetis, miseensi koree hariiroo alaa gameessi fi seneterri kutaa Aaydaahoo jim Rich, misensi koree hariiroo alaa seneterri kutaa MD Ben Kardin, senetera kutaa Filooriidaa Maarkoo Ruubiyoo, kan MD Chris Van Hollen, kan Indiyaanaa Todd Young, kan VA, Tim Kaine fi kan Deliweer Chris Coons, wixinee paartii lamaanii irra deebi’uun beeksisuu dhaan mootummaa Itiyoopiyaa, TPLF fi qabsaa’onni kanneen biroon lolaaf wal barbaaduu dhaabanii, mirga namaa eegsisuu fi gareelee gargaarsaaf daandii akka saaqan akkasumas naannoo Tigraay keessatti walitti bu’iinsa uumameen gocha gara jabinaa raawwatame jedhame akka qoratamu gaafatanii jiran.

XS
SM
MD
LG