Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirni Kun Jijjiiramu Malee Jijjiiramni Hin Jiru: Dr. Mararaa Guddinaa


Dr. Mararaa Guddinaa, dura taa’aa KFO
Dr. Mararaa Guddinaa, dura taa’aa KFO

Muumichi ministeeraa H/Maariyaam Dessaaleny kibxata darbe gaaffii fi deebii TV Itiyoopiyaa waliin geggeessaniin rakkoo inni guddaan ilaalcha nuti aangoo mootummaaf qabnu jedhan. Biyyi kun dinagdee kaapitaalisitii hundeesaa jirti waan ta’eef sirni kun aangoo mootummaa haala inni ittiin ilaaluu fi hojii irra itti oolchu yoo hin jijjiiramne, adeemsi keenya gufuun kan guute ta’a jechuu dha jedhan. Rakkoo jiru furuuf mul’inatti mari’achuun illee murteessaa Murteessaa dha jedhan

Martinuun keenya garaa tokko taanee yaada tokko qabaannee keessa deeba’uu dhaan gad fageenyaan haaromsamuu fi sirraa’uu qabna jennee murtii kan itti dabarsinee jedhanii obbo Haaila Maariyaam. Ejjennoo fi murtii IHADEG kana ilaalchisee dura taa’aan paartii Federaalistii dimokraatawaa Oromoo Dr. Mararaa Guddinaa, waggoottan 25n darbaniif jijjiiramni faarsaa turan hojii irra hin oolle jedhan.

Sirni Kun Jijjiiramu Malee Jijjiiramni Hin Jiru: Dr. Mararaa Guddina
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:03 0:00

XS
SM
MD
LG