Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sodaaf Jecha Dheessinee Baane: Jiraattoota


Miseensa milishaa naannoo Amaaraa, Magaala Saanjaa, Sadaasa 9, 2020
Miseensa milishaa naannoo Amaaraa, Magaala Saanjaa, Sadaasa 9, 2020

Bulchiinsa naannoo Tigraay Waajjaa keessa kanneen jiraataa turan sodaa nageenyaaf jecha bulchiinsa naannoo Amaaraa Walloo kaabaatti baqataa jiru.

Qobboo ga'uuf kiloomeetra 15 waan ta'eef lafoo sa'atii 4 deemuun iddoo sana dhaqqaban.

Maaykaadraa keessatti ajjeechaan warra Amaaraa irra ga'e Waajjaa keessatti akka hin dabalmne jechuun sodaannee godaanne jedhu.

Waa'een dargaggoota Waajjaa keessaa ukkaamfamanii fudhatamanis kan isaan yaaddesse ta'u dubbatu jechuun Masfiin Arraagee Dasee irraa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG