Xurree ittiin seenan

Breaking News

TalaaliI Farra Koviid-19 Argachuuf Dorgommiin Ta'u Jijjirama Agarsisee Jira


Addunyaa irratti namnii Miliyoona 14.7 vaayrasii koronaan qabamee kanneen 610,000 lubbuu ofii dhaban kanatti qorattonni talaalii argachuuf dorgommiin ta'u keessatti jijjiramnii akka jiru gabaafamee jira.

Talaaliin yaaliif hojii irra olaa jiran lama ta'u fi inni jalqabaa Yunivarsitii Oksford kan Briteen fi warshaalee dawaa omisha kan Briteenii fi Siwiidin biraa argaman.

Inni lammataa immo warshaa dawaalee omishu kan Chaayinaan kan argamee fi sadarkaa gaarii irra jiraachuu isaa barruun ze Laanseet jedhamu gabaasee jira.

Gama kaaniin warshaaleen dawaa oomishan kan Yunaaytid Isteets fi Jaramnii dawaa arguuf yaaliin gochaa jiran haala gaarii irra jiraachuu ibsanii jiru.

XS
SM
MD
LG