Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Kan Dhukkuba Koviid-19 Qabaman Kuma Kudha Caalan


Faayilii - Bakka awwaalaa hordoftoota amantaa Protestaantii fi Kaatolikii, Wiingeet, Finfinnee
Faayilii - Bakka awwaalaa hordoftoota amantaa Protestaantii fi Kaatolikii, Wiingeet, Finfinnee

Sa'atilee darban 24 keessatti namoota 5056 irratti qorannaa gaggeeffameen namnii 304 vaayrasii koronaan qabamuu ministriin eegumsa fayyaa federaalaa beeksisee jira.

Dubbii himaan ministrii kanaa Dr. Dajanee Raggaasaa akka jedhanti kanneen dhukkuba Kovidiin qabaman kana keessaa harkoo 70.5 Finfinnee keessatti argamu.

Walii galaan Itiyoophiyaa Keessatti Kan Dhukkuba Koviid-19 Qabaman 10,511 ta'uun ibsamee jia.

XS
SM
MD
LG