Xurree ittiin seenan

Breaking News

Intarnettiin Itiyoophiyaa Keessaa Hangam Tajaajiila Kennaa Jira?


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Itiyoophiyaan tajaajiila intarnettii torban lamaaf eega cuftee turtee booda hanga tokko banuun ishee ni yaadatama.

Mootummaa Itiyoophiyaa akka jedhutti tarkaanfii cufiinsaa kana kan fudhate jecha jibbinsaa fi hokkaraa kan dinagdee fi daldala irratti dhiibbaa qabu dhaabuuf ta'u dubbata.

Kan tajaajiila Intarnettii addunyaa fi nageenya saaybarii ykn narsaa itaranettii irraa to'atu fi jaarmayaan kan mootummaa hin ta'iin Neetblook akka gabaaseetti guyyaa guyyaan Intarnettiin Itiyoophiyaa keessaa cufaa dha.

Kanaafis biyyattiin doolaara hanga Miliyoona 4.5 dhabdee jirti

XS
SM
MD
LG