Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Keessatti Ijoolleen Kuma 10tti Lakkaawaman Rakkoo Hamaa Keessa Jiru, Jedha UNICEF


Faayilii - Ijoollee Tigraay keessaa qehee irraa buqahanii mana barumsaa keessatti dahatani jiran, Maqalee
Faayilii - Ijoollee Tigraay keessaa qehee irraa buqahanii mana barumsaa keessatti dahatani jiran, Maqalee

Dhaabbatni Gargaarsa Daa’immanii ka Tokkummaa Mootummootaa UNICEF haala waliti bu’iinsii Tigray keessatti deemaa jirun, mirgi ijooleewan kuma 10ttii lakawamanii rakkina yeroo dheeraaf turu keessaa galee jira, jechuudhaa akeekkachiise.

Dhaabbatni Gargaarsa Daa’immanii ka Tokkummaa Mootummootaa UNICEF haala waliti bu’iinsii tigrayi keessatti deemaa jirun, mirga ijooleewan kuma 10ttii lakawamanii rakkina yeroo dheeraaf turu keessaa galchaa jira jechuudhaa akeekkachiiseera.

Dubbii himaan UNICEF Jeems Ilder kan dhiheenya kana Tigiraay keessaa turani deebi’an akka jedhanitti baatiilee jaha dura yeroo walittii bu’iinsi jalqabetti waa’ee nageenya ijoollewwaniitiif yaaddoon jaarmayaan isaanii ibsaa ture amma hojiidhaan mul’ataa jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Tigraay Keessatti Ijoolleen Kuma 10tti Lakkaawaman Rakkoo Hamaa Keessa Jiru, Jedha UNICEF
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:19 0:00


XS
SM
MD
LG