Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaaba Haaraa: “Bu’ura Barreeffama Afaan Oromoo”  


Bareesiituu "Bu'uura Barreeffama Afaan Oromoo" Askaalee Tarfaan
Bareesiituu "Bu'uura Barreeffama Afaan Oromoo" Askaalee Tarfaan

Kitaabni Afaan Oromoo "Bu'uura Barreeffama Afaan Oromoo" jedhu Askaalee Tarfaan barreeffamee sanbataa darbe ebbiffame. Kitaabichi barreeffama afaan oromoo jarraa 16ffaa irraa egalee jiru irraatti akka xiyyeffatu barreessituun kitabichaa ibsaniiru.

Ibsa Raadiyoo sagalee Ameerikaaf kennaniin Kitaabni kun gaffii bu'urri barreeffama afaan oromoo maal jedhuf deebii kenna jedhan addee Askaaleen.

Kitaaba Haaraa: “Bu’ura Barreeffama Afaan Oromoo”
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:22 0:00


XS
SM
MD
LG