Xurree ittiin seenan

Breaking News

TPLF naannoo Amaaraa keessatii Moo’amaa jiraa jira jedhan Gizaachewu Muluneeh


Daarekteerii dhimaa kominikeshinii naanoo Amaaraa, Obbo Gizaachewu Miluneeh
Daarekteerii dhimaa kominikeshinii naanoo Amaaraa, Obbo Gizaachewu Miluneeh

Addi bilisumaa ummata Tigraay bakkeewan naannoo Amaaraa umnaan qabate keessatti akka moo’amaa jiru daarekteerii dhimaa kominikeshinii naanoo Amaaraa obbo Gizaachewu Miluneeh himaniiru.

Darikeeteerichii ibsa gaazexessootaf kennan kana keessanti aka jedhanitii, lolii garee isaan shororkeessaa jedhanii waamani wajjin tasifamaa jiru, jara achii yaryatanii lafa deebiffachuu ittii hin ta’in dhaabichii lamuu deebi’ee akka Itiyoophiyaadhaaf rakkina hin taanetii barbadeesuudha jedhaniiruu.

Namootta Kanaan duraa naannoo amaaraa keessaa jiraatanii , aangoo motummaa irratii hirmaatanii, qabeenya horatanii amma TPLF wajjin dhaabbachaa jiraachuu isaanii kan himan obbo gizaachewun, namoonii ololaa TPLF umuun ittuu hin jeeqamin naannoo isaanii damaqinaan akka eeguu qaban ergaa dabarsuu isaanii gabaasiin Atsreer Misgaanawu Raadiyoo Sagalee Amerikaatiif ergite ibseera.

XS
SM
MD
LG