Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaaba Dhimma Fayyaa Daa’immaniirratti Ogeessaan Barreessame  


Dooktor Abarraa Olaanii Ispeeshaalistii Fayyaa Daa’immaniifi Ijoollee ti. Kitaaba Mata-dureen isaa “Bu’uura Fayyaa Daa’immanii” jedhu barreessanii dubbistoota biraan gahanii jiru.

Doktor Abarraan, “Hawaasni waa’ee fayyaa daa’immanii ilaalchisee gaaffii wal fakkaataa waan gaafatuuf, kitaaba hubannoo wal fakkaataa uumu barreessuun fayyaa daa’immanii eeguufi kunuunsuuf murteessaadha” jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Kitaaba kana gulaaluu isaa kan himan barreessaa, ogeessi fiilmii fi ogeessi fayyaa Yeeyyiis Birruus barbaachisummaa kitaabota dhimma fayyaa daa’imaniitti fuuleffatanii dubbatan. Caqasaa.

Kitaaba Dhimma Fayyaa Daa’immaniirratti Ogeessaan Barreessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:40 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG