Xurree ittiin seenan

Breaking News

Traamp Duula Na Filadhaa Kutaa Penselveniyaa Keessatti Gaggeessan


Magaalli Traamp Kaleessa duula itti gaggeessan kan Ooldi Foorj jedhamtu magaala dhaloota morkataa isaanii kan Jooy Baaydin irraa kiloo meetra 9 gad fagaatti.

Baaydinis kaleessa ture prezidaatummaaf dorgomuuf gaaffii dhiyaate kan simatan.

Baaydiin wagootii darban 50f Amerikaa fixaan ba'iinsa dhabsisee jedhu Traamp

Kutaan Traamp itti imalan kun filannoo prezidaantummaa injifachuuf murteessaa ta'uun beekamti.

XS
SM
MD
LG