Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayrasii Koronaa Waliin Dorgommii Du'aa fi Jireenyaa Gaggeessaa Jirra : Prez. Baaydiin


Faayilii - Prezidaant Joo Baaydiin
Faayilii - Prezidaant Joo Baaydiin

Yunaaytid Isteetes keessatti ga'eesoota 10 keessaa 9 torbanneen dhufan keessa talaalii dhukkuba Koviid-19 ittisu kan argatan ta'u prezidaant Joo Baaydin beeksiisanii jiru.Kanas kan jedhan Wiixata kaleessaa weerarri vaayrasii koronaa Amerikaa keessatti deebi'ee hammaachuu mala jechuun akeekkachiisan.

Vaayrasii Koronaa waliin dorgommii Du'aa fi Jireenyaa Gaggeessaa Jirra kan jedha prezidaant Baaydiin gosii vaayrasii bifa jijjiirratee ariitiin faca'aa jira jedhan.

Kana irratti immoo kanneen maal dhibdee gidduu kana Televiziyoona irratti dhukkuba Koviid- 19 irratti dubbachaa jiran dhukkubichii torbanneen fullee keenyaa keessa namoonni haaraa qabamuuf akka jiran calaqqiisa jedha Baaydiin.

XS
SM
MD
LG