Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waaltaan Haaraa Eegumsa Fayyaa fi Qorannoo Biyyoolessaa Itiyoopiyaa Eebbifame


Waaltaan Haaraa Eegumsaa fi Qorannoo Biyyoolessaa Itiyoopiyaa Eebbifame
Waaltaan Haaraa Eegumsaa fi Qorannoo Biyyoolessaa Itiyoopiyaa Eebbifame

Eebba waaltaa kanaa irratti ibsi embasiin Ameerikaa barreeffamaan raabse akka jedhutti waaltaan kun kan ijaarame dhaabbati to’annaa fi ittisa dhukkubootaa US deggersa maallqaa PEPFAR irraa argateeni.

Waaltaan qarshiin miliyoonni 150 ol itti ba’e jedhame kun to’annaa fayyummaa hawaasaa, qorannaa fi walitti dhufeenya laboraatoriif waaltaa leenjisaa fi deggersaa ta’uun kan tajaajilu ta’uu ibsi barreeffamaa sun beeksiseera.

Itiyoophiyaatti tti gaafatamaan dhimmootii hojii raawwachiisa gameessi embasii Ameerikaa Peter Virumaan waaltaan kun kanatti dabaluun tajaajilli inni kunnu

fayyummaa hawaasa Itiyoophiyaa to’achuu, qorannaa fi caasaa laboraatoriif bu’uura ta’uu dhaan tajaajila eegumsa fayyaaf ogeessota qorannaa geggeessaniif bakka itti wal ga’an ta’uu dhaan qooda ol aanaa qabaata jedhan.

Kun dhugumatti waaltaa leenjisa biyyoolessaa ti. Kana waan ta’eefis qaamotii dhimmi ilaallatu walitti fida. Ministeera eegumsa fayyaa dabalatee, Yuniversitiiwwan, dhaabolii eegumsa fayyaa addunyaa fi dhaabota waldaa siivilii walitti qabuu dhaan rakkoo fayyummaa kan

Gabaasa guutuu caqasaa

Waaltaan Haaraa Eegumsaa fi Qorannoo Biyyoolessaa Itiyoopiyaa Eebbifame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:21 0:00

XS
SM
MD
LG