Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waashiingtan Walgahii Waa'ee Jijjirama Qilleensaa Keessumeessuuf Jirti


Preezidaantii Yunaaytid Isteetes Joo Baaydin
Preezidaantii Yunaaytid Isteetes Joo Baaydin

Preezidaantiin Yunaaytid Isteetes Joo Baaydin fi giti isaanii kan Chaayinaa baatii Ebla dhufu gaafa 22 gama marsaritiin walgahuuf kan jiran ta'uun ibsamee jira.

Walgahii jijjiirama qilleensaa hogganoonni addunyaa Waashingits keessatti gaggeessan yeroo sana yoo ta'u prezidaant Baaydintu keessummeessa jedhamee jira

Jijjiirama qilleensaa kan ilaaleen mariin gaggeeffamuun imaammata alaa Amerikaan qabduu fi nagaaf dhimma akkaan barbaabachisaa ta'u Baaydin ni amanu.

Chaayinaan faalama qilleensaa addunyaa mudateef gaaza xura'aa Kaarboon Daay Oksaayid jedhamuhedduu qabdo jrdhu aangawoonni Amerikaa

XS
SM
MD
LG