Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaan Mormituu Yugaandaa Yeroof  Gabaabaaf Hidhamee Gad-lakkisame 


Hoogganaan garee mormituu mormituu , Boobii Waayin poolisii biyyattin yeroo gabaabaaf hidhamee ture

Poolisiin Yugaandaa kaleessa, yeroo hoogganaan garee mormituu mormituu , Boobii Waayin, seera-tumtoota mana-maree ka garee mormitootaa fi deggertoota isaanii hoogganuun hiriira bahanitti yeroo gabaabaaf qabanii hidhuun beekamee jira.

Paartiin Mr. Waayine, kan National Unity Platform jedhamu, hidhamuu fi dhabamsiisamuu deggeroota mormitootaa dhibba hedduu balaaleffachuudhaan hiriira bahan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Hoogganaan Mormituu Yugaandaa Yeroof  Gabaabaaf Hidhamee Gad-lakkisame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:48 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG