Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Lixaa Keessatti Waajiraaleen Cufamanii, Miseensonni Keenya Waan Hidhamaniif Filannootti Hirmaachuun Rakkisaadha: Qondaalota KFO 


Godinaalee Oromiyaa Lixaa tokko tokko keessatti, waajjiraaleen Paartii Koongirasii Federaalistii Oromoo sadarkaa guutummaan guutuutti jedhamuu danda’uun cufaman jechuun Bakka buutotni Paartichaa beeksisanii jiru, jedhu qondaalonni dhaabichaa.

‘’Gaggeessitootni, miseensotnii fi deggertootni keenya waan hidhamaniif, filannoo Itoophiyaan bara 2013 kanatti adeemsisuuf jirtu keessatti hirmaachuuf nu rakkisaa dha’’ jedhan. Itti gaafatamtootni Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godinaalee kanneenii, gama isaaniin ‘’himannaan kun ka dhugaarra fagaatee, miseensi ykn hooggansi KFO hidhames tahe, waajjirri KFO dhiibbaa mootummmaan cufame hin jiru’’ jedhan.

Oromiyaa Lixaa Keessatti Waajiraaleen Cufamanii, Miseensonni Keenya Waan Hidhamaniif Filannootti Hirmaachuun Rakkisaadha: Qondaalota KFO
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:32 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG