Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walgayiin daldalaa fi guddina diinagdee ka gamtaa mootummootaa 14ffaan Naayiroobitti Geggeeffamaa Jira


Naayiroobii, Keeniyaa
Naayiroobii, Keeniyaa

Walgahiin kuni ka jalqabame kaleessa yoo tahu, Hoogganaan gamtaa mootummootaa Baankii muun dubbii dubbataniin ‘karoora guddina itti fufiinsaa Gamtaa mootummootaa karoorsee biyyoonni yoo hojiirra oolchan sirriitti lammilee isaanii hunda fayyadamoo gochuu danda’uu’ jedhan.

Wal gahii kana ka Baanki Muun duuka banan pirezidentiiin Keeniyaa uhuuruu Keeniyaatttaa, biyyootiin daldala qaraxaan alaa akka hojiirra oolchaniif gaafataniiru.

Guyyoottan afuran dhufan kana irrattis walgahiin kuni waa’ee biyyoottan guddataa jiran kaasuun gadi fageenyaan irratti mariyata. Walgahiin daldalaa fi guddina diinagdee gamtaa mootummootaa teessoon isaa Swiizerlaan Jeeneev yoo tahu, New York fi Finfinneedhaas waajiroota damee qaba.

Walgayiin daldalaa fi guddina diinagdee ka gamtaa mootummootaa 14ffaan Naayiroobitti Geggeeffamaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:11 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG