Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Walitti bu’iinsi Aanaa Fantaalleetti ka’een lubbuun namoota 4 darbe’ – Jiraattota


Walitti bu’iinsa daangaa Aanaa Minjaar Naannoo Amaaraa fi jiraattota Aanaa Fantaallee jiran gidduu dilbata darbe ta’een lubbuun namoota afurii darbuu jiraattonni dubbatan.

Waajjirri Dhimma nageenya Aanaa Fantaallee lubbuun namaa darbuun dhugaa ta’uu himee, amma daangaa naannoo Amaaraa fi Ka Oromiyaa kallattii sanaan jiru gidduu humni Federaalaa buufatee nageenya tasgabbeessaa akka jirus beeksiseera.

Galmoo Daawit dablata qaba.

‘Walitti bu’iinsi Aanaa Fantaalleetti ka’een lubbuun namoota 4 darbe’ – Jiraattota
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00

XS
SM
MD
LG