Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaaytid Isteets Guyyaa Haleellaan Fulbaana 11 Itti Dhaqqabe Yaadataa Jirti


Waggaa 19 har'a Fulbaana 11 bara 2001 haleellaan dhaqqabe kun har'a magaalaa Neew York Varjiniyaa fi Flaadelfiyaa keessatti yaadatamaa jira.

Haleellaan lafa sadeen kanatti xayyaaroota imaltootaa butuun gaggeeffame kanaan lubbuu nama kuma 3 ta;uutu darbe.

Erga bara 1941 as haleellaa hamaa biyyatti mudatee kun ilaalacha Amerikaan nageenyaaf qabdu jijjiree kan yeroo sana prezidaantii Amerikaa turan Joorj Buush Afgaanistaan irratti duula waraanaa akka labsan godhe.

Humnootiin waltaatootaa kanneen Amerikaan hogganamanis Afgaanistaan keessatti Taalibaaniin aangoo irraa buusa.

XS
SM
MD
LG