Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weellisaa Sirna Yeroo Birraan Bari’u “Iyyoo Iyyoo Yaa Daraaroo'n beekamu, Yooseef Asaffaa


Yooseef Asaffaa
Yooseef Asaffaa

Wallee isaa yeroo Birraa sirbamu ka 'Iyyoo Iyyoo Yaa Daraaroo' jedhamuun beekama.

Sirboota Baaqqee Viidiyoon qiqindaa'anii bahan, aadaa fi seenaa akkasumas jaalalatti fuuleffatan sirbuunis ni beekama. Daa'ima Waggaa 9 taheen hojii muuziqaatti seene jedha - Yooseef.

Hojii Muuziqaatti seenuudhaaf dursee Weellistoota akka Abitaw Kabbada, Zarihun Wadaajoo, Solomon Dannaqafi Ilfinash Qannoofaa wajjin wal-baruun akka isa gargaare dubbata.

Gaaffii fi deebii guutuu fi walleelee isaa caqasaa.

Weellisaa Sirna Yeroo Birraan Bari’u “Iyyoo Iyyoo Yaa Daraaroo'n beekamu, Yooseef Asaffaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00


XS
SM
MD
LG