Xiinxalaa: Otuu Uummatni Oromoo Gaaffii Mirga Isaaf Ajjeesamaa Jiruu IHAADEG Ayyaana 25ffaa Kabajuun Qaanii Dha

  • Namoo Daandii

Xiinxala kabaja ganna 25ffaa IHADEG

Paartiin biyya bulchu IHADEG ganna 25esso mootummaa Dargii itti kuffisee fi aangoo itti qabate ayyaaneffataa jira.Hujii guurdoo gama diangdee,mirga dhala-namaa,siyaasaa fi ka biroo adda addaa itti milkaqa’e jedhu illee dubbachuutti jira – Moaotummaan IHADEG.

Dhimma kana irratti kan haasofsiisne, hayyuun seenaa fi xiinxalaan siyaasaa – Dr. Iziqeel Gabbisaa garuu, mootummaan IHAADEG, waggoota 25 guutuu ofii taayitaatti cichee, paartiilee kaan cufa of irraa hari’atee, garii hidhee, kaan biyyaa baasee, uummata gaaffii mirgaa dhiheeffate hidhaa, dararaa fi ajjeechaan ukkaamsaa otuu jiruu, dimookiraasummaa biyyattii keessatti gad-dhaabeen jira, jedhee dubbachuun isaa waan nama qaanessu, jedhu.

Xiinxala guutuu dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Xiinxala kabaja ganna 25ffaa EHADEG