Traamp Seera Uggura Raashiyaa Irra Kaa’amuf Darbe Dirqamanii Hin Mallatteessine: Waayit Hawus

Prezidaantiin Yunaayitid Isteets – Donaald Traamp, manni-maree yokaan Koongiresiin biyyattii akka uggurri haaraan Raashiyaa irra kaayamu raggaasisuudhaan wal-muddinsa Raashiyaa waliin jiru hammeesse – jechuun Har’a balaaleffatanii jiran.

Gama biraan ugguricha haaraa akka Raashiyaa irra kaayamu manni-maree raggaasise sanatti mallatteessanii, akka Prezidaantiin ugguricha kaasuus tahe laaffisuu hin dandeenye, sagalee VIITOO yokaan mirga sagalee-sagaleen haquu haaraa manicha-mareef kennanii jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

Traamp Seera Uggura Raashiyaa Irra Kaa’amuf Darbe Dirqamanii Hin Mallatteessine: Waayit Hawus