Mootummaan Walitti-Bu’iinsa Daangaa Oromiyaa fi Soomalee Hiikuf Hojjachaa Jira Jedhame

Mummichi minstiraa Itoophiyaa Obboo Haylamaariyam Dasaalany walitti bu’iinsa daangaa naannoo Oromiyaa fi Somaalee Itoophiyaa dhaabsiisuf ajeja dabarsaaniiru. Hojii hawaasa tasgabeessu fi eegumsaa hojjachuuf humni nagaha eegumsaa federaalaa gara naannoowwan walitti bu’iinsi ummameetti ergamuus ibsaniiru.

Karaa biraatin pirezdaantiin naannoo Oromiyaa fi giti isaanii pirezzdaantiin naannoo Somaalee halli tibba darbe uummame hawwaasa naanoo lamaanii waan bakka bu’uu akka in taanee ibsa kaleessa gaazexeessotaaf kennaniin beeksisan.

Gabaasa guutuu dhaggeeffahda

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Walitti-Bu’iinsa Daangaa Oromiyaa fi Soomalee Hiikuf Hojjachaa Jira Jedhame