Dr.Tewdroos Adihaanom: Namni Hundi Tajaajila Wallaansa Fayyaa Akka Argatu Gochuun Hin Danda'ama

  • VOA

Hogganaan Jarmaayaa Fayyaa Addunyaa, Dr.Tewodros Adihaanom biyyoonni miseensa jaarimayichaa caasaa tajaajila fayyaa hundaa Yuniversaal Heelz Keer jedhamu akka simatan waamicha dhiheessan.

Gabaasa Liisaa Shilaayin bakka walgahiin koree kanaa torban tokkoof itti geggeeffamaa jiru,Jenevaa irraa ergite Tigist Gammeetu dhiheessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dr.Tewdroos Adihaanom: Namni Hundi Tajaajila Wallaansa Fayyaa Akka Argatu Gochuun Hin Danda'ama