ADWUIn Gaafiilee Ummataaf Deebii Kennuu kan Itti Fifu Ta'uu Xumura Yaa'ii Isaa Irratti Beeksise

  • Namoo Daandii

Addi Warraaqsa Dimookiraasummaa Uummatoota Itiyoophiyaa yokaan ADWUI Dr. Abiyyi Ahimed dura-taa’aa, Obbo Demmeqee Mekonnin itti-aanaa dura-taa’aatti filachuudhaan, yaa’ii isaa 11ffaa guyyoota sadi’iif Hawaasaatti geggeeffate har’a xumuree jira. Gabaasaa keenya, Muktaar Jamaal, achitti argamee yaa’icha hordofaa ture. Gaaffii fi deebii waliin geggeessine dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

ADWUIn Gaafiilee Ummataaf Deebii Kennuu kan Itti Fifu Ta'uu Xumura Yaa'ii Isaa Irratti Beeksise