Naqamtee, Gimbii fi Horroo Guduruu Wallaggaatti Namoonni Hidhamaa Jiran Jedhame

Magaala Naqamtee

Naqamtee, Gimbii fi Horroo Guduruu Wallaggaatti namootni qaama nageenyaa mootummaan hidhamuu himame.

Maatiin hidhamtootaa akka jedhanitti sababoota irratti dhiyaatan keessaa tokko 'ABO' soortu kan jedhu dha.

Koomaand poostiin naannichaa nuti kan hiine Abbaa Torbeeti jedheera.

Naakoor Malkaa Naqamteerraa

Your browser doesn’t support HTML5

Naqamtee, Gimbii fi Horroo Guduruu Wallaggaatti Namoonni Hidhamaa Jiran Jedhame