Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jilli ABO Qaama Cehumsaa Obbo Galaasaa Dilboon Dursamu Finfinneetti Simatame


Jilli ABO Qaama Cehumsaa Obbo Galaasaa Dilboon dursamu Sanbata darbe kana gara biyyaatti deebi'ee Finfinneetti simatamee jira. Simannaa kana irratti, aangawoonni Paartii Dimookiraatawa Oromoo yokaan ODP fi qaamonni hawaasaa adda addaa qooda fudhatanii jiran.

Gama biraatiin, wallisaan beekanaan biyya Noorwey jiraatu - Umar Suleemaan, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti mudde 27, 2011 ka Finfinneetti simatamu tahuun beekamee jira.

Tsehaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase. Guutummaa isaa caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:20 0:00

XS
SM
MD
LG