Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gullisootti Namoonni 5 Raayyaa Ittisa Biyyaan Ajjeefaman: Jiraatota


Godina Wallaga Lixaa, aanaa Gullisootti namoonni 5 raayyaa ittisa biyyaan ajjeefamuu – maatii fi jiraattonni dubbatanii jiran. Qabeenyaan barbadaa’uu isaallee himan. Bulchiinsi aanaa Gullisoo gochaa kana balaaleffachuun qaama ol’aanutti beeksisuu isaa VOAtti himee jira. Gama biraatiin, waajjirri ABO dhiheenya Gimbiitti baname cabsamuu fi saamamuun isaa, hoogganni ABO godinichaa himee jira.

Naakor Malkaa tu Naqamte irraa gabaase.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:34 0:00

XS
SM
MD
LG