Looniif Marga Gaarii Argachuuf Jecha Lafa Isaa Gubuun Aadaa Baratame: Qonnaan Bultoota

Bosonni Baalee balaa Ibidda irra gaheen aanaalee sadii keessatti gubaatiin guddaan mudachuun isaa himamee jira.

Baalaan ibidaa kun yaroo ammaa kana toohannaa jala ooluun isaa kan ibsame yoo ta'u namoota ibida kana qabsiisan jedhamee shakaman tohannaa jala oolchuu isaa poolisiin ibsaa jira.
Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Looniif Marga Gaarii Argachuuf Jecha Lafa Isaa Gubuun Aadaa Baratame: Qonnaan Bultoota