Jeneraal Kamaal Galchuu Aangoo Irraa Kaafaman

Jeneraal Kamaal Galchuu

Hogganaan Biiroo Bulchinsaa fi Nageenya Oromiyaa BirgeEder Jeneraal Kamaal Galchuu onkollessa bara 20011 akka lakkofsa Itoophiyaatti gara aangootti dhufaan tajaajila ji'oota jahaa tii booda aangoo irraa kaafaman.

Taayitaa irraa kaasamuun marii fi ibsa tokko malee xalayaadhaan natti kenname, jedhu Jeneraala Kamaal.

Dhimma kana ilaalchisee sababa ittin ka'aan baruuf Raadiyoon Sagalee Amerikaa qamaa Motummaatta irra deebii argachuuf carraqiin godhe ammaaf hin milkofne.Gabaasaa Tsahaay Daamxoo caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Jeneraal Kamaal Galchuu Aangoo Irraa Kaafaman