Omar Al Bashiir Humna Waraanaatin Hidhaaman

  • VOA

오마르 알-바시르 수단 대통령.

Sudaan keessatti, baatii Muddee dabree irraa jalqabee eega hiriirri mormii uummata biyyattiin geggeessamaa turee boodaf, har’a ganama – Prezidaantiin biyyattii bara 1989 irraa jalqabee biyyattii bulchaa turan, Omar Hasan Al Bashiir humna waraanaaa biyyattiin taayitaa irraa kaafamanii, hidhaamanii jiru.

As Yunaayitid Isteetis, kutaa Minesootaa ka jiraattu - falmituu mirga dhala-namaa – Najaat Hamzaa, jijjiirama Wixata, Ebla 11 Sudaan keessatti argame ilaalchisee haasofsiisnee jirraa. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Omar Al Bashiir Humna Waraanaatin Hidhaaman