Dhimma Miseensota WBO Xollaay Jiranii

(Suuraa faayilii)

"Summii tahuu adda baafachuu isaanii kan dubbatan ogeessonni fayyaa “summii akkamii akka tahe beekuuf garuu, ba’ii qorannoo beekuun barbaachisaa dha” jedhu.

Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo leenjiif Xollaay jiran summaawanii Hospitaala Qiddus Luqaas, ka magaalaa Waliisoo jiru galuun isaanii kan himame yoo tahu, summii tahuu adda baafachuu isaanii kan dubbatan ogeessonni fayyaa “summii akkamii akka tahe beekuuf garuu, ba’ii qorannoo beekuun barbaachisaa dha” jedhu.

Mootumaan naannoo Oromiyaa illee sababa rakko kanaa adda baafachuuf gareen dhimma kana qoratu hundeessee bobbaasuu isaa dubbata. Muktaar Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhimma Miseensota WBO Xollaay Jiranii