Xurree ittiin seenan

Breaking News

“Carraa fi Danqaa Miidiyaalee Hawaasa, Cehumsa Sirna Dimokiraasii Keessatti”


Haalli itti fayyadama Sabaahimaa yokaan Miidiyaalee Hawaasaa akkuma bu'aa gudda qabu sirnaan dhimma itti bahuu dhaa baannaan balaan isaa guddaa tahuu marii gaazzexeessotaa gidduu kana Finfinneetti geggeessame tokko irratti himamee jira.

Mata-duree “Carraa fi Danqaa Miidiyaalee Hawaasa, Cehumsa sirna Dimokiraasii keessatti” jedhuun, mariin Waldaa Gaazexessota Oromiyaatiin taasisame kun, Hoteela Qananiisaa ka magaalaa Finfinnee jirutti geggefame. Muktaar Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00

XS
SM
MD
LG