Araaraaf Balballi Amma Iyyuu Banaa Dha: Angawaa Mootummaa Oromiyaa

Hoogganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Naannoo Oromiyaa, Obbo Geetaachoo Baalchaa

Hoogganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Naannoo Oromiyaa Obbo Geetaachoo Baalchaa, “Mootummaan Riphee loltoota wajjin mari’achuuf qophaa’aadha jedhan.

Haala ittiin qaama hidhatee socho’u wajjin gara mariitti deemamu irrattis abbootii gadaa, jaarsoliifi hayyoota Yunivarsiitii garaa garaa wajjin mariin mari’anneerra jechuun raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himaniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Araaraaf Balballi Amma Iyyuu Banaa Dha: Angawaa Mootummaa Oromiyaa

Godinaalee Wallagga Lixaafi Qellem Wallaggaa keessaa Namoota sodaa Nageenyaa irraan kan khan qe’ee isaanii dhiisanii baqatan deebisuuf mootummaan akka jaarsolii biyyaafi abbootii gadaa wajjin hojjatu dubbataniiru.

Naakoor malkaatu Amborraa bilbilaan dubbise, sababaa rakkoo nageenyaaf uummanni gara Gambeellaa fi iddoo biraatti baqachu dubbata. Mootummaan naannoo Oromiyaa ibsa kennaniiru.

Kutaa 2ffaa

Your browser doesn’t support HTML5

Araaraaf Balballi Amma Iyyuu Banaa Dha: Angawaa Mootummaa Oromiyaa