Caffeen Oromiyaa Walga’ii Isaa Idilee Adaamaatti Deemsisaa jira

Caffeen Oromiyaa Walga’ii Isaa Idilee Adaamaatti Deemsisaa jira

Rakkoon nageenyaa Lixaa fi Kibba Oromiyaatti mudatee hedduun isaa akka furamaa jiruu, ka dubbatan prezidaantii itti-aanaan Bulchiisa Naannoo Oromoiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa, “guutummaatti dhiheenyatti fala argata,” jedhan.

Gabaasaa hojii ji’a ja’aa ka Mootummaa Naannoo Oromiyaa, walga’ii idilee 11ffaa ka waggaa 5ffaa irratti har’a ennaa dhiheessan kana dubbatan, Obbo Shimallis.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Caffeen Oromiyaa Walga’ii Isaa Idilee Adaamaatti Deemsisaa jira