Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Buraayyuutti Artistoonni Eebba Hoteelaa Irratti Argaman Reebaman


Artist Hawwii Hayile-yesuus Qananii
Artist Hawwii Hayile-yesuus Qananii

Magaalaa Burraayyutti eebba hooteela haarawa banamee tokkoo irratti kanneen argaman artistoota Oromoo reebichi raaw’atamuu fi garii jabaa madaa’uun himamee jira.

Namoota haleellaa kanaan miidhaman kana keessaa tokko artistii muuziqaa Hawwii Hayile-yesuus Qananii tahuu fi reebicha kanaan jabaa madooftee wal’aansi baqaqsanii hodhuu argachuu ishee dubbatu, maatiin ishee.

Poolisiin magaalaa Burrayyuu gama isaan walitti bu'insi bakka eebba hoteela tokkootti taa’ee jira, jechuun qaama haleellaa sana raaw’ate akka qorataa jiru dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Magaalaa Buraayyuutti Artistoonni Eebba Hoteelaa Irratti Argaman Reebaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:22 0:00


XS
SM
MD
LG